Online Bible

- Advertisements -




Amoos 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Waaqayyo akka jedhu!<<Warri biyya Amoon daarii biyya isaanii bal'ifachuudhaaf jedhanii, biyya Giil'aaditti garaa dubartoota ulfaa iyyuu waan tarsaasaniif, ani irra-daddarbaa isaanii isa keessa deddeebi'aniif adabni akka irraa deebi'u hin godhu!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Waaqayyo akkana jedha: “Ani cubbuu Amoon sadiif, afuriifis dheekkamsa koo duubatti hin deebisu. Sababii inni daangaa isaa babalʼifachuuf jedhee dubartoota Giliʼaad kanneen ulfa qaban baqaqseef

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ “አን ጩቡ አሞን ሰዲፍ፣ አፉሪፍስ ዼከምሰኮ ዱበት ህንዴብሱ። ሰበቢ እን ዳንጋሳ በበልእፈቹፍ ጄዼ ዱበርቶተ ግልኣድ ከኔን ኡልፈ ቀበን በቀቅሴፍ

See the chapter Copy




Amoos 1:13

Follow us:

Advertisements


Advertisements