Online Bible

- Advertisements -




Amoos 1:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 <<Waaqayyo akka jedhu! Warri biyya Edoom billaa fudhatanii obboloota isaanii waan ari'aniif, oo'as waan hin argisiisiniif, aariin isaanii yeroo hundumaa waan boba'uuf, dheekkamsi isaaniis bara hundumaa waan itti fufeef, ani irra-daddarbaa isaanii isa keessa deddeebi'aniif adabni akka irraa deebi'u hin godhu!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Waaqayyo akkana jedha: “Ani cubbuu Edoom sadiif, afuriifis dheekkamsa koo duubatti hin deebisu. Sababii inni gara laafina hunda gatee obboleessa isaa goraadeedhaan ariʼeef, sababii aariin isaa ittuma fufee hoʼee dheekkamsi isaas utuu hin dhowwamin bobaʼeef,

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ “አን ጩቡ ኤዶም ሰዲፍ፣ አፉሪፍስ ዼከምሰኮ ዱበት ህንዴብሱ። ሰበቢ እን ገረ ላፍነ ሁንደ ገቴ ኦቦሌሰሳ ጎራዴዻን አርኤፍ፣ ሰበቢ ኣሪንሳ እቱመ ፉፌ ሆኤ ዼከምስሳስ ኡቱ ህንዾወምን ቦበኤፍ፣

See the chapter Copy




Amoos 1:11

Follow us:

Advertisements


Advertisements