2 ጢሞቴዎስ 2:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Yesus Kristosin isa warra du'an keessaa kaafame, isa sanyii Daawit keessaa dhalate, akka ani wangeela koo keessatti lallabetti yaadadhu*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Yesuus Kiristoos isa warra duʼan keessaa kaafame, isa sanyii Daawit irraa dhalate yaadadhu. Kun wangeela koo See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዬሱስ ክርስቶስ እሰ ወረ ዱአን ኬሳ ካፈሜ፣ እሰ ሰኚ ዳዊትራ ዸለቴ ያደዹ። ኩን ወንጌለኮ See the chapter |