2 ጢሞቴዎስ 2:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Wanta ani dubbadhu kanas itti yaadi, gooftaan waan hundumaaf hubannaa siif in kenna*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Waan ani sitti himu kana qalbeeffadhu; Gooftaan waan hunda keessatti hubannaa siif kennaatii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ዋን አን ስት ህሙ ከነ ቀልቤፈዹ፤ ጎፍታን ዋን ሁንደ ኬሰት ሁበትና ሲፍ ኬናቲ። See the chapter |