2 ጢሞቴዎስ 2:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Namni loltuu ta'ee lolaa jiru, isa loltuu godhee isa qacarate sana gammachiisuudhaaf, bukkeedhaan waa argachuudhaaf hojii warra kaanitti lixuu in dhiisa*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Namni loltummaan tajaajilu kam iyyuu ajajaa isaa gammachiisuu yaala malee dhimma jireenyaatiin of hin xaxu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ነምን ሎልቱማን ተጃጅሉ ከምዩ አጀጃሳ ገመቺሱ ያለ መሌ ዽመ ጅሬኛቲን ኦፍ ህንጠጡ። See the chapter |