2 ጢሞቴዎስ 2:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Ati immoo kajeellaa yeroo dargaggummaatti hammaatu irraa baqadhu, warra garaa qullaa'aadhaan maqaa gooftaa waammatanii wajjin qajeelina, amantii, jaalala, nagaa duukaas bu'i*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Atis hawwii hamaa yeroo dargaggummaa irraa baqadhu; warra garaa qulqulluun Gooftaa waammatan wajjin qajeelummaa, amantii, jaalalaa fi nagaa duukaa buʼi. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 አትስ ሀዊ ሀማ ዬሮ ደርገጉማራ በቀዹ፤ ወረ ገራ ቁልቁሉን ጎፍታ ዋመተን ወጅን ቀጄሉማ፣ አመንቲ፣ ጃለላፊ ነጋ ዱካ ቡእ። See the chapter |