2 ጢሞቴዎስ 2:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Mana guddaa tokko keessa qodaa warqee irraa yookiis meettii irraa tolfame duwwaa utuu hin ta'in, qodaan muka irraa yookiis suphee irraa tolfames jira; kaan qodaa hojii ulfinaa itti hojjetanii dha, kaan immoo qodaa hojii salphinaa itti hojjetanii dha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Mana guddaa tokko keessa miʼa warqeetii fi meetii qofa utuu hin taʼin, miʼi mukaatii fi suphees jira; kana keessaas tokko tokko ulfinaaf, kaan immoo salphinaaf oola. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 መነ ጉዳ ቶኮ ኬሰ ምአ ወርቄቲፊ ሜቲ ቆፈ ኡቱ ህንተእን፣ ምእ ሙካቲፊ ሱጴስ ጅረ፤ ከነ ኬሳስ ቶኮ ቶኮ ኡልፍናፍ፣ ካንሞ ሰልጵናፍ ኦለ። See the chapter |