2 ጢሞቴዎስ 2:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Ati akka hojjetaa qoramee fudhatamee, waan itti yeella'u hin qabneetti, akka nama dubbicha isa dhugaadhaan qajeeltootti hojjetuutti, Waaqayyo dura of dhaabachiisuudhaaf dhama'i*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Atis dubbii dhugaa sana sirriitti qabachuudhaan hojjetaa qoratamee fudhatame kan itti hin qaanofne taʼiitii fuula Waaqaa duratti of dhiʼeessuuf tattaaffadhu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 አትስ ዱቢ ዹጋ ሰነ ስሪት ቀበቹዻን ሆጄታ ቆረተሜ ፉዸተሜ ከን እት ህንቃኖፍኔ ተኢቲ ፉለ ዋቃ ዱረት ኦፍ ዽኤሱፍ ተታፈዹ። See the chapter |