2 ጢሞቴዎስ 2:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 yoo nuyi amanamoo ta'uu dhabaanne, inni ofii isaa ganuu waan hin dandeenyeef, inni akkuma amanamaa ta'etti in hafa? in jedha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Nu yoo amanamoo taʼuu baanne, inni amanamaa taʼee jiraata; inni of ganuu hin dandaʼuutii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ኑ ዮ አመነሞ ተኡ ባትኔ፣ እን አመነማ ተኤ ጅራተ፤ እን ኦፍ ገኑ ህንደንደኡቲ። See the chapter |