2 ጢሞቴዎስ 2:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Dubbichi amanamaa dha; innis, ?Kristosii wajjin duuneerra yoo ta'e, isaa wajjin immoo in jiraanna*; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Dubbichi amanamaan akkana jedha: Nu isa wajjin yoo duune, isa wajjin ni jiraanna; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ዱብች አመነማን አከነ ጄዸ፦ ኑ እሰ ወጅን ዮ ዱኔ፣ እሰ ወጅን ንጅራትነ፤ See the chapter |