2 ጢሞቴዎስ 2:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Kanaafis, warri fo'aman fayyina isa karaa Kristos Yesus dhufu ulfina bara baraa wajjin akka argatanitti, isaaniif jedhee waan hundumaa obsaan nan baadha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Kanaafuu akka warri filataman fayyina Kiristoos Yesuusiin taʼe sana ulfina bara baraa wajjin argataniif ani isaaniif jedhee waan hundumaa nan obsa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ከናፉ አከ ወር ፍለተመን ፈይነ ክርስቶስ ዬሱሲን ተኤ ሰነ ኡልፍነ በረ በራ ወጅን አርገተኒፍ አን እሳኒፍ ጄዼ ዋን ሁንዱማ ነንኦብሰ። See the chapter |