Online Bible

- Advertisements -




2 ጢሞቴዎስ 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Waaqayyo nu fayyisee isaaf akka qulqulloofnuuf nu waame; nu waamuun isaas akka akeeka isaatii fi akka ayyaana isaa isa durii durii jalqabee karaa Kristos Yesus nuuf kenneetti malee, akka hojii keenyaatti miti*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Waaqni sababii kaayyoo isaatii fi sababii ayyaana isaatiif nu fayyisee gara jireenya qulqulluutti nu waame malee sababii hojii nu hojjenne kamiif iyyuu miti. Ayyaanni kunis uumama addunyaatiin dura karaa Kiristoos Yesuusiin nuu kenname;

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 ዋቅን ሰበቢ ካዮሳቲፊ ሰበቢ አያነሳቲፍ ኑ ፈይሴ ገረ ጅሬኘ ቁልቁሉት ኑ ዋሜ መሌ ሰበቢ ሆጂ ኑ ሆጄትኔ ከሚፍዩ ምት። አያን ኩንስ ኡመመ አዱኛቲን ዱረ ከራ ክርስቶስ ዬሱሲን ኑ ኬነሜ፤

See the chapter Copy




2 ጢሞቴዎስ 1:9

Follow us:

Advertisements


Advertisements