2 ጢሞቴዎስ 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Amantiin kee garaa qulqulluudhaan ta'uun isaa anatti yaadatama; amantiin inni dur akkoo kee Lo'is, haadha kee Ewuniiqee keessas ture sun, si keessas akka jiru nan amana*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Ani amantii kee isa dhugaa sana nan yaadadha; amantiin kunis jalqabatti akkoo kee Looʼisii fi haadha kee Ewuunqee keessa ture; amma immoo akka si keessa jiru nan amana. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 አን አመንቲኬ እሰ ዹጋ ሰነ ነንያደዸ፤ አመንቲን ኩንስ ጀልቀበት አኮኬ ሎእሲፊ ሃዸኬ ኤዉንቄ ኬሰ ቱሬ፤ አመሞ አከ ስ ኬሰ ጅሩ ነንአመነ። See the chapter |