2 ጢሞቴዎስ 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Waaqayyoon, isa ani akkuma abboota kootii yaada garaa qulqullaa'aadhaan hojjedhuuf, nan galateeffadha; kadhata koo halkanii fi guyyaa keessatti yeroo hundumaa sin yaadadha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Ani yommuu utuu gargar hin kutin halkanii guyyaa kadhannaa koo keessatti si yaadadhutti Waaqa akkuma abbootii kootii anis yaada qulqulluun isa waaqeffadhu sana nan galateeffadha. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 አን ዮሙ ኡቱ ገርገር ህንኩትን ሀልከኒ ጉያ ከዸትናኮ ኬሰት ስ ያደዹት ዋቀ አኩመ አቦቲኮቲ አንስ ያደ ቁልቁሉን እሰ ዋቄፈዹ ሰነ ነንገለቴፈዸ። See the chapter |