Online Bible

- Advertisements -




2 ጢሞቴዎስ 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Haa ga'u gara Ximotewos ilma koo isa jaallatamaa! Waaqayyo abbaan, Kristos Yesus gooftaan keenyas ayyaana, araara, nagaas siif haa kennu*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 Gara Xiimotewos, ilma koo jaallatamaatti: Abbaa keenya Waaqaa fi Gooftaa keenya Kiristoos Yesuus irraa ayyaanni, araarrii fi nagaan siif haa taʼu.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 ገረ ጢሞቴዎስ፣ እልመኮ ጃለተማት። አባኬኘ ዋቃፊ ጎፍታኬኘ ክርስቶስ ዬሱስራ አያን፣ አራሪፊ ነጋን ሲፍ ሃተኡ።

See the chapter Copy




2 ጢሞቴዎስ 1:2

Follow us:

Advertisements


Advertisements