2 ተሰሎኒቄ 3:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Ammas obboloota nana, isin keessaa nama hojjechuu dhiisee dhibaa'ummaatti jiraatu, nama akka barsiisa isa nu biraa argattaniitti hin jiraannettiis hidhata akka hiikkattan, maqaa gooftaa keenya Yesus Kristosiin isin in abboomna*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Yaa obboloota, isin obboleessa dhibaaʼaa fi kan akka bartee isin nurraa argattan sanaattis hin jiraanne hunda irraa akka fagaattaniif maqaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin isin ajajna. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ያ ኦቦሎተ፣ እስን ኦቦሌሰ ዽባኣፊ ከን አከ በርቴ እስን ኑራ አርገተን ሰናትስ ህንጅራትኔ ሁንደራ አከ ፈጋተኒፍ መቃ ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶሲን እስን አጀጅነ። See the chapter |