2 ተሰሎኒቄ 3:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Gooftaan garaa keessan gara jaalala Waaqayyo ittiin nama jaallateetti, gara obsa Kristos argisiiseettis haa qajeelchu! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Gooftaan garaa keessan gara jaalala Waaqaatii fi gara obsa Kiristoositti haa qajeelchu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ጎፍታን ገራኬሰን ገረ ጃለለ ዋቃቲፊ ገረ ኦብሰ ክርስቶስት ሃቀጄልቹ። See the chapter |