2 ተሰሎኒቄ 3:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Akka obboleessaatti isa gorsaa malee immoo, akka diinaatti isa hin ilaalinaa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Taʼus akka obboleessaatti isa gorsaa malee akka diinaatti isa hin ilaalinaa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ተኡስ አከ ኦቦሌሳት እሰ ጎርሳ መሌ አከ ዲናት እሰ ህንእላልና። See the chapter |