Online Bible

- Advertisements -




2 ተሰሎኒቄ 3:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Nama akka ergaa kanatti dubbii keenyaaf hin abboomamne yaadaan qabadhaa! Akka inni yeella'uttis hidhata isaa ta'uu dhiisaa*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Yoo namni kam iyyuu dubbii keenya kan xalayaa kana keessaatiif hin ajajamne, nama kana yaadatti qabadhaa. Akka inni qaanaʼuufis isa wajjin tokkummaa hin qabaatinaa.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 ዮ ነምን ከምዩ ዱቢኬኘ ከን ጠለያ ከነ ኬሳቲፍ ህንአጀጀምኔ፣ ነመ ከነ ያደት ቀበዻ። አከ እን ቃነኡፍስ እሰ ወጅን ቶኩማ ህንቀባትና።

See the chapter Copy




2 ተሰሎኒቄ 3:14

Follow us:

Advertisements


Advertisements