Online Bible

- Advertisements -




2 ተሰሎኒቄ 3:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Namoota akkasii kana gab jedhanii akka hojjetan, kan isaaniis nyaatanii akka jiraatan maqaa gooftaa Yesus Kristosiin in abboomna, in gorsinas*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Namoonni akkanaa akka gab jedhanii hojii hojjetanii fi akka buddeena ofii isaanii nyaataniif Gooftaa Yesuus Kiristoosiin isaan ajajna; ni gorsinas.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ነሞትን አከና አከ ገብ ጄዸኒ ሆጂ ሆጄተኒፊ አከ ቡዴነ ኦፊሳኒ ኛተኒፍ ጎፍታ ዬሱስ ክርስቶሲን እሳን አጀጅነ፤ ንጎርስነስ።

See the chapter Copy




2 ተሰሎኒቄ 3:12

Follow us:

Advertisements


Advertisements