2 ተሰሎኒቄ 3:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Amma immoo isin keessaa kaan hojjechuu dhiisanii dhibaa'ummaatti in jiraatu; ofii isaaniitii waan tokko illee hin hojjetan, hojii namaa keessa lixuu isaanii garuu in dhageenya. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Akka isin keessaa namoonni tokko tokko dhibaaʼota taʼanii jiraatan dhageenyeerraatii. Isaan dhimma nama biraa keessa galuu malee ofii isaaniitii waan tokko illee hin hojjetan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 አከ እስን ኬሳ ነሞትን ቶኮ ቶኮ ዽባኦተ ተአኒ ጅራተን ዸጌኜራቲ። እሳን ዽመ ነመ ብራ ኬሰ ገሉ መሌ ኦፊሳኒቲ ዋን ቶኮሌ ህንሆጄተን። See the chapter |