2 ተሰሎኒቄ 3:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Yommuu isin bira turre iyyuu, ?Namni hojii hojjechuu hin barbaanne, midhaanis hin nyaatin!? jennee isin abboomneerra*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Nu yommuu isin bira turretti ajaja, “Namni hojjechuu hin barbaanne kam iyyuu hin nyaatin” jedhu isinii kenninee turreetii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ኑ ዮሙ እስን ብረ ቱሬት አጀጀ፣ “ነምን ሆጄቹ ህንበርባድኔ ከምዩ ህንኛትን” ጄዹ እስኒ ኬንኔ ቱሬቲ። See the chapter |