Online Bible

- Advertisements -




2 ተሰሎኒቄ 3:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Kana irraa kan hafes, obboloota nana, dubbiin gooftaa dafee iddoo baay'ee ga'ee, isin biratti akkuma fudhatames, ulfinaan akka fudhatamuuf nuuf kadhadhaa*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Egaa yaa obboloota, akka dubbiin Gooftaa akkuma isin biratti taʼe sana dafee iddoo hunda gaʼuu fi akka ulfinas qabaatu nuuf kadhadhaa.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 ኤጋ ያ ኦቦሎተ፣ አከ ዱቢን ጎፍታ አኩመ እስን ብረት ተኤ ሰነ ደፌ እዶ ሁንደ ገኡፊ አከ ኡልፍነስ ቀባቱ ኑፍ ከዸዻ።

See the chapter Copy




2 ተሰሎኒቄ 3:1

Follow us:

Advertisements


Advertisements