2 ተሰሎኒቄ 2:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Kana booddees inni seera malee jiraatu sun in mul'ata; Yesus gooftaan immoo hafuura afaan isaa keessaa ba'uun isa in ajjeesa; mul'inatti deebi'ee dhufuu isaatiinis isa in barbadeessa*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Inni Hamaan sun ni mulʼata; Yesuus Gooftaan immoo hafuuruma afaan ofii isaatiin isa galaafata; ifa dhufaatii isaatiinis isa barbadeessa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 እን ሀማን ሱን ንሙልአተ፤ ዬሱስ ጎፍታንሞ ሀፉሩመ አፋን ኦፊሳቲን እሰ ገላፈተ፤ እፈ ዹፋቲሳቲንስ እሰ በርበዴሰ። See the chapter |