2 ተሰሎኒቄ 2:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Inni bakkeetti baafamuuf jiru sun ol of qabuudhaan Waaqayyo kan jedhamuun, waanuma namni itti sagaduunis in morma; ofuma isaatii Waaqayyo ofiin jechuudhaanis mana qulqullummaa Waaqayyoo keessa taa'umsa in dhaabata*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Innis waan Waaqa jedhamu yookaan waan waaqeffatamu hundumaan mormee isaan irratti ol ol of qaba; “Ani Waaqa” ofiin jechuudhaanis mana qulqullummaa Waaqaa keessa taaʼa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 እንስ ዋን ዋቀ ጄዸሙ ዮካን ዋን ዋቄፈተሙ ሁንዱማን ሞርሜ እሳንረት ኦል ኦል ኦፍ ቀበ፤ “አን ዋቀ” ኦፊን ጄቹዻንስ መነ ቁልቁሉማ ዋቃ ኬሰ ታአ። See the chapter |