2 ተሰሎኒቄ 2:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Ammas gooftaan keenya Yesus Kristos Waaqayyo abbaan keenyas inni nu jaallate, ayyaana isaatiinis jajjabina bara baraa fi abdii gaarii nuuf kenne*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos mataan isaa, Waaqni Abbaan keenya inni nu jaallatee karaa ayyaana isaatiin jajjabina bara baraatii fi abdii gaarii nuu kenne sun, See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ጎፍታንኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ መታንሳ፣ ዋቅን አባንኬኘ እን ኑ ጃለቴ ከራ አያነሳቲን ጀጀብነ በረ በራቲፊ አብዲ ጋሪ ኑ ኬኔ ሱን፣ See the chapter |