2 ተሰሎኒቄ 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Gooftichi ibidda boba'aa wajjin in mul'ata; gaafas warra Waaqayyoon beekuu hin barbaadin, warra wangeela gooftaa keenya Yesusiif hin abboomaminis in adaba*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Inni warra Waaqa hin beeknee fi warra wangeela Gooftaa keenya Yesuusiif hin ajajamne ni adaba. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 እን ወረ ዋቀ ህንቤክኔፊ ወረ ወንጌለ ጎፍታኬኘ ዬሱሲፍ ህንአጀጀምኔ ንአደበ። See the chapter |