Online Bible

- Advertisements -




2 ተሰሎኒቄ 1:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 Kanaafis Waaqayyo keenya waamicha isaaf warra malan akka isin godhatuuf, gaarummaadhaafis hawwa gaarii hundumaa hojii amantiis humna isaatiin fiixaan akka baasuuf yeroo hundumaa isiniif in kadhanna*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Nus waan kana yaadatti qabachaa, akka Waaqni keenya warra waamicha isaatiif malan isin godhuuf, humna isaatiinis kaayyoo keessan gaarii hundaa fi akka hojii amantii keessanii hunda fiixaan isinii baasuuf utuu gargar hin kutin isinii kadhanna.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 ኑስ ዋን ከነ ያደት ቀበቻ፣ አከ ዋቅንኬኘ ወረ ዋምቸሳቲፍ መለን እስን ጎዹፍ፣ ሁምነሳቲንስ ካዮኬሰን ጋሪ ሁንዳፊ አከ ሆጂ አመንቲኬሰኒ ሁንደ ፊጣን እስኒ ባሱፍ ኡቱ ገርገር ህንኩትን እስኒ ከዸትነ።

See the chapter Copy




2 ተሰሎኒቄ 1:11

Follow us:

Advertisements


Advertisements