Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 9:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Mefii-Bosheet,<<Ani eenyu iyyuu ti, gara ana garbicha kee isa akka saree du'aa ilaalta?>> jedhee in qoomma'eef.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Mefiibooshetis harka fuudhee, “Ana garbicha kee nama akka saree duʼeetti ilaalamuuf waan kana gochuun kee maaliif?” jedheen.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ሜፊቦሼትስ ሀርከ ፉዼ፣ “አነ ገርብቸኬ ነመ አከ ሰሬ ዱኤት እላለሙፍ ዋን ከነ ጎቹንኬ ማሊፍ?” ጄዼን።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 9:8

Follow us:

Advertisements


Advertisements