Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 9:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Daawit immoo,<<Hin sodaatin! Ani abbaa kee Yonaataaniif jedhee gaarummaa sitti nan argisiisa; lafa Saa'ol akaakayyuu keetii hundumaa siif nan deebisa, yeroo hundumaas maaddii koo irraa in nyaatta>> jedheen.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Daawitis, “Ani abbaa kee Yoonaataaniif jedhee arjummaa siifin godhaatii hin sodaatin. Ani lafa akaakayyuu keetii, lafa Saaʼol hunda siifin deebisa; atis yeroo hunda maaddii koo irraa nyaatta” jedheen.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 ዳዊትስ፣ “አን አባኬ ዮናታኒፍ ጄዼ አርጁማ ሲፍን ጎዻቲ ህንሶዳትን። አን ለፈ አካከዩኬቲ፣ ለፈ ሳኦል ሁንደ ሲፍን ዴብሰ፤ አትስ ዬሮ ሁንደ ማዲኮራ ኛተ” ጄዼን።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 9:7

Follow us:

Advertisements


Advertisements