Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 9:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Mefii-Bosheet ilmi Yonaataan Saa'ol gara Daawit dhufee, ulfina isaatiif hamma lafa ga'utti in qoomma'eef; Daawit,<<Mefii-Bosheet!>> jedhe; innis,<<Ani garbichi kee kunoo, asan jira!>> jedheen.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Mefiibooshet ilmi Yoonaataan, ilmi Saaʼol yeroo Daawit bira dhufetti ulfina isaaf kennuuf gad jedhe sagadeef. Daawit immoo, “Mefiiboostee!” jedheen. Innis, “Garbichi kee kunoo ti” jedhee deebiseef.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 ሜፊቦሼት እልም ዮናታን፣ እልም ሳኦል ዬሮ ዳዊት ብረ ዹፌት ኡልፍነ እሳፍ ኬኑፍ ገድ ጄዼ ሰገዴፍ። ዳዊትሞ፣ “ሜፊቦሼት!” ጄዼን። እንስ፣ “ገርብችኬ ኩኖት” ጄዼ ዴብሴፍ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 9:6

Follow us:

Advertisements


Advertisements