2 ሳሙኤል 9:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Mefii-Bosheet mucaa ilmaa <<Miikaa>> jedhamu tokko qaba ture; namoonni mana Ziibaa keessa jiraatan hundinuu Mefii-Bosheetiif in hojjetu turan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Mefiibooshet ilma dargaggeessa Miikaa jedhamu tokko qaba ture; warri mana Ziibaa jiraatan hundi hojjettoota Mefiiboostee turan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ሜፊቦሼት እልመ ደርገጌሰ ሚካ ጄዸሙ ቶኮ ቀበ ቱሬ፤ ወር መነ ዚባ ጅራተን ሁንድ ሆጄቶተ ሜፊቦሼት ቱረን። See the chapter |