2 ሳሙኤል 9:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Ziibaan mootichaan,<<Waanuma gooftaan koo mootichi ana garbicha isaa abboome hundumaa nan hojjedha>> jedheen; Mefii-Bosheet immoo akkuma ilmaan mootii keessaa isa tokkotti maaddii Daawit mootichaa irraa in nyaate. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Ziibaanis mootichaan, “Ani garbichi kee waan gooftaan koo mootichi akka ani hojjedhuuf na ajaju hunda nan godha” jedhe. Kanaafuu Mefiibooshet akkuma ilmaan mootii keessaa nama tokkootti maaddii Daawit irraa nyaata ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ዚባንስ ሞትቻን፣ “አን ገርብችኬ ዋን ጎፍታንኮ ሞትች አከ አን ሆጄዹፍ ነ አጀጁ ሁንደ ነንጎዸ” ጄዼ። ከናፉ ሜፊቦሼት አኩመ እልማን ሞቲ ኬሳ ነመ ቶኮት ማዲ ዳዊትራ ኛተ ቱሬ። See the chapter |