2 ሳሙኤል 9:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Inni wanta ittiin jiraatu akka argatutti, ati, ilmaan kee, hojjetoonni kees midhaan isaaf qotaa, wanta lafti isaa baasus isaaf galchaa! Inni garuu ofii isaatii yeroo hundumaa maaddii koo irraa in nyaata>> jedhe; Ziibaan ilmaan kudha shanii fi hojjetoota digdama qaba ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Ati, Ilmaan keetii fi tajaajiltoonni kee akka ilmi ilma gooftaa keetii waan nyaatu argatuuf lafa isaaf qotuu qabdu. Mefiibooshet ilmi ilma gooftaa keetiis yeroo hunda maaddii koo irraa nyaata.” Ziibaan ilmaan kudha shanii fi tajaajiltoota digdama qaba ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 አት፣ እልማንኬቲፊ ተጃጅልቶትንኬ አከ እልም እልመ ጎፍታኬቲ ዋን ኛቱ አርገቱፍ ለፈ እሳፍ ቆቱ ቀብዱ። ሜፊቦሼት እልም እልመ ጎፍታኬቲስ ዬሮ ሁንደ ማዲኮራ ኛተ።” ዚባን እልማን ኩዸ ሸኒፊ ተጃጅልቶተ ድግደመ ቀበ ቱሬ። See the chapter |