Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 8:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Biyya isaanii keessas loltoota in kaa'ate, warri Sooriyaas isatti bulanii gabbara in geessuuf turan; Waaqayyo immoo lafa Daawit dhaqe hundumaatti mo'icha in kenneef.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Ergasiis kutaa bulchiinsa Damaasqoo kan biyya Sooriyaa keessa qubata loltootaa dhaabbate. Warri Sooriyaas isa jalatti bulanii gibira fidaniif. Waaqayyos Daawitiif lafa inni dhaqe hundatti mooʼicha kenne.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 ኤርገሲስ ኩታ ቡልቺንሰ ደማስቆ ከን ብየ ሶርያ ኬሰ ቁበተ ሎልቶታ ዻበቴ። ወር ሶርያስ እሰ ጀለት ቡለኒ ግብረ ፍደኒፍ። ዋቀዮስ ዳዊቲፍ ለፈ እን ዸቄ ሁንደት ሞእቸ ኬኔ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 8:6

Follow us:

Advertisements


Advertisements