Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 8:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 konkolaattota isaa kuma tokko, abbootii fardeenii isaa kuma torbaa fi loltoota warra lafoo kuma digdama in booji'e; fardeen konkolaattota harkisan dhibba tokko duwwaa hambisee, fardeen warra kaan hundumaa morgaa kukkutee in naafise*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Daawitis gaariiwwan waraanaa isaa kuma tokko, abbootii fardaa kuma torbaa fi loltoota lafoo kuma digdama isa irraa fudhate. Innis fardeen gaariiwwanii dhibba tokko qofa hambisee kanneen hafan hunda mogolee kukkute.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ዳዊትስ ጋሪወን ወራናሳ ኩመ ቶኮ፣ አቦቲ ፈርዳ ኩመ ቶርባፊ ሎልቶተ ለፎ ኩመ ድግደመ እሰራ ፉዸቴ። እንስ ፈርዴን ጋሪወኒ ዽበ ቶኮ ቆፈ ሀምብሴ ከኔን ሀፈን ሁንደ ሞጎሌ ኩኩቴ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 8:4

Follow us:

Advertisements


Advertisements