Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 8:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Biyya Edoom keessas loltoota in kaa'ate; warri Edoomis guutummaatti Daawititti in bulan; Waaqayyo immoo lafa Daawit dhaqe hundumaatti mo'icha isaaf in kenne.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Innis guutummaa Edoom keessa qubata loltootaa dhaabbate; Edoomonni hundinuus Daawitiif ni garbooman. Waaqayyos lafa inni dhaqe hundatti Daawitiif moʼannaa ni kenne.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 እንስ ጉቱማ ኤዶም ኬሰ ቁበተ ሎልቶታ ዻበቴ፤ ኤዶሞን ሁንድኑስ ዳዊቲፍ ንገርቦመን። ዋቀዮስ ለፈ እን ዸቄ ሁንደት ዳዊቲፍ ሞአትና ንኬኔ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 8:14

Follow us:

Advertisements


Advertisements