Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 8:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Daawit dachaa soogiddaa keessatti namoota Edoom keessaa kuma kudha saddeet rukutee ajjeesee erga deebi'ee booddee, guddaa beekamaa in ta'e*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Daawitis erga Sulula Soogiddaa keessatti Edoomota kuma kudha saddeet fixee deebiʼee booddee beekamaa taʼe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ዳዊትስ ኤርገ ሱሉለ ሶግዳ ኬሰት ኤዶሞተ ኩመ ኩዸ ሰዴት ፍጤ ዴብኤ ቦዴ ቤከማ ተኤ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 8:13

Follow us:

Advertisements


Advertisements