Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 8:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Warri inni harka isaa jala galfates namoota Edoom, namoota Mo'aab, namoota Amoon, namoota Filiisxiyaa fi namoota Amaaleq turan; akkasuma immoo mi'a Hadaad-Ezer ilma Rehoob mootii Zobaa irraa fudhate keessaa Waaqayyoof addaan in baase.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Warri inni of jala galfates Edoom, Moʼaab, Amoonota, Filisxeemotaa fi Amaaleq turan. Boojuu Hadaadezer ilma Rehoob mooticha Zoobaa irraa boojiʼes akkasuma addaan baase.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ወር እን ኦፍ ጀለ ገልፈቴስ ኤዶም፣ ሞኣብ፣ አሞኖተ፣ ፍልስጤሞታፊ አማሌቅ ቱረን። ቦጁ ሀዳዴዜር እልመ ሬሆብ ሞትቸ ዞባራ ቦጅኤስ አከሱመ አዳን ባሴ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 8:12

Follow us:

Advertisements


Advertisements