Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 8:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 Daawit mootichi mi'a kanas immoo meetii fi warqee isa saba warra harka isaa jala galfatee irraa fudhatee wajjin hojii mana qulqullummaatiif Waaqayyoof addaan in baase.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Daawit Mootichis akkuma meetii fi warqee saboota biraa kanneen of jala galfatu hunda irraa boojiʼee ture godhe sana miʼoota kanneen illee Waaqayyoof addaan baase.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 ዳዊት ሞትችስ አኩመ ሜቲፊ ወርቄ ሰቦተ ብራ ከኔን ኦፍ ጀለ ገልፈቱ ሁንደራ ቦጅኤ ቱሬ ጎዼ ሰነ ምኦተ ከኔንሌ ዋቀዮፍ አዳን ባሴ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 8:11

Follow us:

Advertisements


Advertisements