Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 8:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 isa innumti iyyuu ofii isaatii yeroo baay'ee lolaa ture sana mo'uu isaatiif, isa dubbisee gammaduufiif, ilma isaa Yoraamin Daawit mootichatti in erge; Yoraamis kennaa mi'a garaa garaa, meetii irraa, warqee fi sibiila borrajjii irraa hojjetaman geesseefii in dhaqe.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 akka inni sababii moʼannaa Daawit Mootichi Tooʼiin wal lolaa ture sun waraana keessatti Hadaadezer irratti argateetiif harka isa fuudhee dhaamsa gammachuu isaaf dabarsuuf ilma ofii isaa Yooraamin gara isaatti erge. Yooraamis kennaawwan meetii irraa, warqee fi naasii irraa hojjetaman fide.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 አከ እን ሰበቢ ሞአትና ዳዊት ሞትች ቶኢን ወል ሎላ ቱሬ ሱን ወራነ ኬሰት ሀዳዴዜር እረት አርገቴቲፍ ሀርከ እሰ ፉዼ ዻምሰ ገመቹ እሳፍ ደበርሱፍ እልመ ኦፊሳ ዮራምን ገረሳት ኤርጌ። ዮራምስ ኬናወን ሜቲራ፣ ወርቄፊ ናሲራ ሆጄተመን ፍዴ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 8:10

Follow us:

Advertisements


Advertisements