Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 8:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Kana booddee immoo Daawit mootichi Filisxeemota rukutee harka jala galfatee, mandara guddittii isaan qabatanii turanis harka isaanii keessaa in baase.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Ergasii Daawit Filisxeemota moʼatee of jala isaan galfate; magaalaa Meeteeg Amaa jedhamtus harka Filisxeemotaatii baasee fudhate.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 ኤርገሲ ዳዊት ፍልስጤሞተ ሞአቴ ኦፍ ጀለ እሳን ገልፈቴ፤ መጋላ ሜቴግ አማ ጄዸምቱስ ሀርከ ፍልስጤሞታቲ ባሴ ፉዸቴ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 8:1

Follow us:

Advertisements


Advertisements