2 ሳሙኤል 7:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Lafa ati dhaqxe hundumaatti sii wajjinan turee, diinota kee hundumaas fuula kee duraa balleesseera; ammas gurguddoota biyya lafaa keessaa akka isa tokkotti akka ati beekamtu nan godha. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Ani lafa ati dhaqxe hundatti si wajjinin ture; diinota kee hundas fuula kee duraa balleesseera. Ammas ani maqaa kee akkuma maqaa namoota addunyaa irratti akka malee gurguddaa taʼanii guddaa nan godha. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 አን ለፈ አት ዸቅጤ ሁንደት ስ ወጅንን ቱሬ፤ ዲኖተኬ ሁንደስ ፉለኬ ዱራ በሌሴረ። አመስ አን መቃኬ አኩመ መቃ ነሞተ አዱኛረት አከ መሌ ጉርጉዳ ተአኒ ጉዳ ነንጎዸ። See the chapter |