Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 7:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Waaqayyo itti dabalees,<<Garbicha koo Daawitiin,<<Waaqayyo gooftaan maccaa:- ati saba koo Israa'elin akka geggeessituuf, utuu ati hoolaa eegduun, lafa tikaatii si fudhadhe*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 “Egaa amma akkana jedhii garbicha koo Daawititti himi; ‘Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha: Ani akka ati bulchaa saba koo Israaʼel taatuuf lafa tikaatii fi bushaayee faana deemuu keessaan si fudhadhe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 “ኤጋ አመ አከነ ጄዺ ገርብቸኮ ዳዊትት ህም፤ ‘ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ አከነ ጄዸ፦ አን አከ አት ቡልቻ ሰበኮ እስራኤል ታቱፍ ለፈ ትካቲፊ ቡሻዬ ፋነ ዴሙ ኬሳን ስ ፉዸዼ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 7:8

Follow us:

Advertisements


Advertisements