Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 7:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Erga bara ani Israa'eloota biyya Gibxii baasee jalqabee hamma ammaatti dunkaanuma keessa jiraachaa, iddoo buufataatii gara iddoo buufataatti darbaan ture malee, mana keessa hin jiraanne*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Ani gaafan Israaʼeloota Gibxii baasee jalqabee hamma harʼaatti mana keessa hin jiraanne. Ani iddoo jireenya koo dunkaana godhadhee iddoo tokkoo gara iddoo biraa naannaʼaan ture.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 አን ጋፈን እስራኤሎተ ግብጢ ባሴ ጀልቀቤ ሀመ ሀርኣት መነ ኬሰ ህንጅራትኔ። አን እዶ ጅሬኘኮ ዱንካነ ጎዸዼ እዶ ቶኮ ገረ እዶ ብራ ናነኣን ቱሬ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 7:6

Follow us:

Advertisements


Advertisements