Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 7:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Kana irratti Naataan immoo mootichaan,<<Waaqayyo sii wajjin waan jiruuf, ati wanta garaa keetti yaadde hundumaa godhi!>> jedhe.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Naataan immoo mootichaan, “Waaqayyo si wajjin jiraatii waan garaa keetti yaadde kam iyyuu godhi” jedhe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 ናታንሞ ሞትቻን፣ “ዋቀዮ ስ ወጅን ጅራቲ ዋን ገራኬት ያዴ ከምዩ ጎዽ” ጄዼ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 7:3

Follow us:

Advertisements


Advertisements