2 ሳሙኤል 7:29 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 Sanyiin ana garbicha keetii bara baraan itti fufee fuula kee dura akka jiraatuuf, ati isa eebbisuun jaalala kee haa ta'u! Yaa Waaqayyo gooftaa, ati akka dubbattetti, sanyiin ana garbicha keetii eebba keetiin bara baraan haa eebbifamu!>> jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa29 Akka manni isaa bara baraan jabaattee fuula kee dura dhaabatuuf ammas mana garbicha keetii eebbisuun fedhii kee haa taʼu; yaa Waaqayyo Gooftaa, ati dubbatteertaatii; eebba keetiinis manni garbicha keetii bara baraan ni eebbifama.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ29 አከ መንሳ በረ በራን ጀባቴ ፉለኬ ዱረ ዻበቱፍ አመስ መነ ገርብቸኬቲ ኤብሱን ፌዺኬ ሃተኡ፤ ያ ዋቀዮ ጎፍታ፣ አት ዱበቴርታቲ፤ ኤበኬቲንስ መን ገርብቸኬቲ በረ በራን ንኤብፈመ።” See the chapter |