Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 7:28 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

28 Yaa Waaqayyo gooftaa! Ati Waaqayyoo dha, dubbiin kee amanamaa dha, ati waan gaarii kanas ana garbicha kee abdachiifteetta*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

28 Yaa Waaqayyo Gooftaa, ati Waaqa! Dubbiin kee amanamaa dha; atis waan gaarii kana garbicha keetiif waadaa galteerta.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

28 ያ ዋቀዮ ጎፍታ፣ አት ዋቀ! ዱቢንኬ አመነማዸ፤ አትስ ዋን ጋሪ ከነ ገርብቸኬቲፍ ዋዳ ገልቴርተ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 7:28

Follow us:

Advertisements


Advertisements