2 ሳሙኤል 7:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Yaa Waaqayyo gooftaa maccaa, Waaqayyo isa kan Israa'el,<<Mootummaan sanyii ana Daawit garbicha keetii bara baraan jabaatee in dhaabata>> jettee mul'inatti waan anatti dubbatteef, ani garbichi kee si kadhachuudhaaf ija-jabina argadheera. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 “Yaa Waaqayyo Waan Hunda Dandeessu, Waaqa Israaʼel ati, ‘Ani mana siif nan ijaara’ jettee garbicha keetti waan kana mulʼifteerta; kanaafuu garbichi kee kadhannaa kana sitti dhiʼeessuuf ija jabina argateera. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 “ያ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንዴሱ፣ ዋቀ እስራኤል አት፣ ‘አን መነ ሲፍ ነንእጃረ’ ጄቴ ገርብቸኬት ዋን ከነ ሙልእፍቴርተ፤ ከናፉ ገርብችኬ ከዸትና ከነ ስት ዽኤሱፍ እጀ ጀብነ አርገቴረ። See the chapter |