Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 7:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

25 <<Ammas yaa Waaqayyo gooftaa, waa'ee ana garbicha keetiitiif, waa'ee sanyii kootiitiifis abdii isa kennite bara baraan cimsi! Wanta abdachiiftes raawwadhu!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

25 “Ammas yaa Waaqayyo, yaa Waaqi, ati waadaa garbicha keetii fi mana isaatiif galte sana bara baraan eegi. Kanas akkuma waadaa galte sana raawwadhu;

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

25 “አመስ ያ ዋቀዮ፣ ያ ዋቅ፣ አት ዋዳ ገርብቸኬቲፊ መነሳቲፍ ገልቴ ሰነ በረ በራን ኤግ። ከነስ አኩመ ዋዳ ገልቴ ሰነ ራወዹ፤

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 7:25

Follow us:

Advertisements


Advertisements